Ijiipti
Appearance
جمهوريّة مصرالعربيّة Gumhūriyyat Maṣr Al-ʿArabiyyah Rippabliika Arabaa Ijiipti | |||
---|---|---|---|
| |||
Magaalaa Guddaa | Kaayiroo | ||
Afaan Hojii | Afaan Arabaa | ||
Mootummaa | Rippabiliika | ||
Ballina | 1010408 km² | ||
Baayyina ummataa | 93495000 (2017) | ||
Tuuta'insa ummataa | 92.53/km² | ||
Faaruu | بلادي بلادي بلادي Bilady, Bilady, Bilady Afaan Oromootiin "Biyya koo, Biyya Koo, Biyya Koo | ||
Koodii lakkoofsa bilbilaa | +20 |
Ijiipti biyya Arabaa kan Kaaba Afrikaatti argamtu yoo taatu Misir yookiin Gibxi jedhamtees niwaamamti. Ijiipti seenaa waggaa dheeraa kan qabdu yoo ta'u piiraamidiidhaan baayyee beekkamti. Ijiipti biyya ardii qaxxaamurtu Kaaba Baha Afrikaa fi Lixa Eeshiyaa Galoo Galaana Siinaa irratti argamtu. Biyya Meditiraaniyaati Kaabaan Bahaan arraba lafaa Gaazaa fi Israa'el, Bahaan arrabaa lafaa Aqaabaa fi Galaana Diimaa, Kibbaan Sudaan, Dhihaan Liibiyaa, Aqaabaa gama Yordaanos, Galaana Diimaa gama Saawud Arabiyaa, Galaana Meditiraaniyaan gama Giriik, Turkii fi Qophiroositu argama, daangaa kamiyyuu Gibxi waliin qooddachuuyyuu baatan.